Kuku-Kumera Ministries: Tajaajilli Keenya Daangaa hin Qabaatu...Ministry With No Border...
Gara Dhugaa Goruun Nama Baasa/Side with Truth
Inni qajeelummaa kee akka ifaatti, dhugaa kees akka aduu saafaatti, bakkeetti in baasa. Faar 37:6
Dubbiin (Sagaleen) Waaqayyoo yeroo hundumaa dhugaa dha. Baroota dura, har’as, bara-baraanis dhugaa dha.
Jiraataa dha; humna hojjetus of keessaa qaba (Ibr 4:12).
Namni dhugaa kana qabatee itti jiraatu sammuun isaa fi lapheen isaa madaa tokko malee jiraata. Madaa gochaa ofii
isaatiin itti dhufu irraa walaba ta’ee (with no shame) jiraata. Namni akkasii, yeroo hundumaa Waaqayyoo wajjin walii
galee waan jiraatuuf bir’aa tokko malee, soda tokko malee in deddeebi’a. Nagaa fi gabidhaanis in jiraata. Read More
1Peter 4:3-5(NKJV)
For we have spent enough of our past lifetime in doing the will of the Gentiles--when we walked in lewdness, lusts,
drunkenness, revelries, drinking parties, and abominable idolatries. In regard to those, they think in strange that you
do not run with them in the same flood of dissipation, speaking evil of you. They will give an account to Him who is
ready to judge the living and the dead.
Home
1Phexros 4:3-5
Wanta warri saba Waaqayyoo hin ta'in hojjechuu jaallatan hojjechuudhaan yeroo isin
dabarsitan in ga'a. Bara sanatti gad-dhiisiitti , hawwa keessan raawwachuutti , machiitti, karaa
baay'ee seera Waaqayyoo irra daddarbuutti jiraachaa turtan. Isa isin amma isaanitti
dabalamtanii lolaa jireenya ittisa hin qabneetiin fudhatamuu dhiiftan in dinqifatu, maqaa
keessan in balleessu. Isaan immoo waan godhan sababii isaa wajjin isa warra jiranii fi warra
du'anitti faraduuf qophaa'etti himuuf jiru.
Bible Verse
2006-2010. Kuku-Kumera Ministries. All rights reserved.
Isin Anatti qabattanii yoo jiraattan, dubbiin Koos isin keessa yoo jiraate, waan feetan in kadhattu, isiniif in ta'as. Yohannis 15:7
If you abide in Me, and My words abide in you, you will ask what you desire, and it shall be done for you. John 15:7
Yesus Deebi'ee In Dhufa / JESUS WILL RETURN
"But of that day and hour no one knows, no, not even the angels
of heaven, but My Father only. Therefore you also be ready, for
the Son of Man is coming at an hour when you do not expect
Him". Matthew 24: 36-44
Yesus itti dabalee, “Rakkina guyyoota sanaa booddee, achumaan
biiftuun in dukkanoofti, jiinis ifa ishee hin laattu; urjoonni waaqa
irraa in harca’u, humnoonni bantii waaqaas in raafamu. Yommus
milikkinni Ilma Namaa waaqa keessatti in mul’ata; yeroo sanatti
sabni biyya lafaa hundinuu boo’uuf jiru; Ilmi Namaa immoo
duumessoota waaqaa irra humnaa fi ulfina guddaadhaan dhufuu
Isaa arguuf jiru.” (Maatewos 24:29-30) Gooftaan keenya Yesus
Kiristos kana kan Inni jedhe gaaffilee bartoota Isaa irraa
dhiyaateef yommuu deebii kennu ture. Gaaffiin dhiyaateefis
‘milikkinni dhufa Isaa, kan dhuma barichaa, fi yeroon isaa yoom
akka ta’e’ kan gaafatu ture. (Maatewos 24:3) ... Read More>>
Lallaba - Audio (get Flash Player)
This text will be replaced by the flash music player.
Kanaafis Waaqayyo waan hundumaa irra caalchisee guddaa ol Isa qabe; maqaa isa maqaa kam irra iyyuu caalu kenneeraaf. Filip 2:9
|
Kana Bektuu?
Gaaffilee fi Deebii Macaafa Qulqulluu keessaa qopheessine kutaa kutaadhaan asii dubbifadhaa.
|
|
Jesus is...
Daily Bible Verses
"...har'a eenyuuf akka hojjettan fo'adhaa! Garuu anii fi manni koo Waaqayyoof in hojjenna" jedhe.
|
Jesus Film in Afaan Oromoo
Daandii Jireenyaa TV