Home

About Us

Media

Prayer

Articles

Favorite Links

Comments
KKM - Jesus Is Lord! Yesus Gooftaa Dha!
Jesus Christ is the same yesterday and today and forever. Heb 13:8
About Us
Overview
Our Faith
Our Mission
Contact Us

 Waa'ee Keenya

Mul'ata Waaqayyo nuuf kenne qabannee lubbuuwwanii fi gaaffii lubbuuwwan kun qaban gara uumaa keenyaa fi abbaa keenyaatti dhiheessuuf filannee kaane. Ergaa Waaqayyoo dabarsuuf, dubbii sagalee Isaa facaasuuf, gooftummaa isaa labsuuf, akkasumaas Waaqayyo dhukkuba, dha'icha, balaa, du'a bara baraa fi gabrummaa seexanaa irraa nama baraaruu akka danda'u saboota fayyanii fi hin fayyinitti labsuu fi yaadachiisuuf 'Website' kana meeshaa quunnamtii godhanne. Egaa, 'Kuku-Kumera Ministries' jennee maatiin kun tajaajila keenyaan  isin tajaajiluu maqaa Waaqayyo Abbaa, kan Ilmaa fi kan Afuura Qulqulluutiin kaaneerra. Kan nuti amannus Waaqayyo Abbaa, Waaqayyo Ilmaa fi Waaqayyo Afuura Qulqulluu--Sadan Waaqa Tokkotti.



Kuku-Kumera Ministries, Inc. is a religious not-for-profit organization and operates within the purpose and objectives of such principles, more specifically to spread the Word of God (gospel message), to become intercessors, and to help orphan kids. This organization is organized exclusively for charitable purpose within the meaning of section 501 (c) (3) of Internal Revenue Code.

 This ministry is financially supported only by this family. ...Freely you have received, freely give. (Matthew 10:8) Your support with prayer is greatly appreciated and it is godly. ...The prayer of a righteous man is powerful and effective. (James 5:16)

Home
About Us
Media
Prayer
Articles
Favorite Links
Comments