"...har'a eenyuuf akka hojjettan fo'adhaa! Garuu anii fi manni koo Waaqayyoof in hojjenna" jedhe.
Iyaasuu 24:15
|
Mul'ata Waaqayyo nuuf kenne qabannee lubbuuwwanii fi gaaffii lubbuuwwan kun qaban gara uumaa
keenyaa fi abbaa keenyaatti dhiheessuuf filannee kaane. Ergaa Waaqayyoo dabarsuuf, dubbii
sagalee Isaa facaasuuf, gooftummaa isaa labsuuf, akkasumaas Waaqayyo dhukkuba, dha'icha,
balaa, du'a bara baraa fi gabrummaa seexanaa irraa nama baraaruu akka danda'u saboota
fayyanii fi hin fayyinitti labsuu fi yaadachiisuuf 'Website' kana meeshaa quunnamtii godhanne.
Egaa, 'Kuku-Kumera Ministries' jennee maatiin kun tajaajila keenyaan isin tajaajiluu maqaa
Waaqayyo Abbaa, kan Ilmaa fi kan Afuura Qulqulluutiin kaaneerra. Kan nuti amannus Waaqayyo
Abbaa, Waaqayyo Ilmaa fi Waaqayyo Afuura Qulqulluu--sadan Waaqa tokkotti.
Our Mission
 | | To pray for the unsaved to be saved, for |
| | the weak to be strengthened, hope for the helpless and the oppressed, in general, to become intercessors.
|
 | | To pray for those who send us prayer |
| | request, and communicate with those people as needed (via telephone, email, etc)
|
 | | To share the Gospel, including but not |
| | limited to through Internet, printed materials, audio, video, etc
|
 | | To help orphan kids
|
 | | Assist other Evangelists so that they bring |
| | people to the light (of God) by sharing Gospel.
|
About Us / Waa'ee Keenya
2006-2010. Kuku-Kumera Ministries. All rights reserved.
|
Contact Us / Nu Quunnamaa
Kuku-Kumera Ministries, Inc
Lawrenceville, GA USA
Phone: 1 770 931 7935
"Amma garuu cubbuu hojjetaa Waaqayyoo taataniittu, kunis qajeelummaadhaaf ija isiniif godhata, gara dhumaattis jireenya bara baraatti in geessa."
Roomaa 6:22
|
Kana in Amanna
Waaqayyo tokkicha; Waaqayyo Abbaa,
Waaqayyo Ilma, waaqayyo Hafuura
Qulqulluu – sadan Waaqayyo tokko.
Yohannis 10:30; Yohannis 14:26;
Maatewos 28:19
Gooftaan keenya Yesus Kiristoos gara biyya
lafaa dhufee nuuf du’uudhaan nuyi warra
cubbuudhaan duunee turre warra jiraatoo nu
taasise, warra Isa fudhatnee Isatti
amanneef jireenya bara-baraa nuuf kenne.
Deebi’ee ulfinaan dhufuufis jira. Yohannis 3:
16; Ibroota 9:28; Hojii Ergamootaa 1:11
Macaafni Qulqulluu sagalee Waaqayyoo ti;
geggeessaa Hafuura Qulqulluutiin kan
caafame, seera Waaqayyo biraa kan nuuf
kenname, gaaffii namoota hundaafis deebii
kan qabuu dha. 2Ximotiwos 3:16, 17;
2Phexros 1:20,21
Cuuphaa bishaanii fi cuphaa abidda Hafuura
Qulqulluu isa kennaa Waaqayyoo ta’etti in
amanna. Maatewos 3:11,13; Hojii
Ergamootaa 2:4
Our Faith
There is one God, existing in Trinity: God the
Father, God the Son and God the Holy Spirit.
John 10:30; John 14:26; Matthew 28:19
Our Lord, Jesus Christ came so that whoever
new life. He will come back again, this time,
with His glory. John 3:16; Hebrews 9:28; Acts
1:11
The Bible is the inspired Word of God, inspired
by the Holy Spirit, the infallible rule of faith and
conduct and contains every answer to man's
problems. 2 Timothy 3:16,17; 2 Peter 1:20,21
We believe in water baptism for repentance,
and the baptism of Holy Spirit is a gift from God.
Matthew 3:11,13; Acts 2:4

Akeeka Keenya
Akeekni keenya lubbuu hin fayyiniif fayyina,
kan dadhabdeef humna, kan abdii kutatteef
abdii, kan raafamteef jabina, kan
dhukubsatteef fayyaa akkasumas kan
dhiibamteef itti hirkannaa Waaqayyo biraa
gaafachuu/kadhachuu dha.
Gaaffii namootaaf akka jaalala Isaa fi yeroo
Isaatti deebii akka kennuuf GOOFTAA
gaafachuu dha.
Misiraachoo sagalee Waaqayyoo kara
danda'ame hundumaa dabarsuu;
gooftummaa fi aangoo Yesus gurra hin
dhaga'initti labsuu, akkasumas kan dhaga'ee
turettis yaadachiisuu dha.
Ijoollee abba fi haadha hin qabne gargaaruu
dha.
Kanneen Wangeela Gooftaa labsuudhaan
tajaajilan gargaaruu dha.
Kuku-Kumera Ministries, Inc. is a religious not-for-profit organization and operates within the
purpose and objectives of such principles, more specifically to spread the Word of God (gospel
message), to become intercessors, and to help orphan kids. This organization is organized
exclusively for charitable purpose within the meaning of section 501 (c) (3) of Internal Revenue
Code.