Comments / Yaada
Ammas waa hundumaa dura himannaan, kadhannaan, warra kaaniif dubbachuun,
galata dhiheessuunis Waaqayyo duratti nama hundumaaf akka godhamu nan gorsa.
1Xim 2:1
2006-2010. Kuku-Kumera Ministries. All rights reserved.
|
---------------------------------------
Maqaan WAAQAA kan ulfaate yaa ta'u. Haalli qophii keesanii namatti tola. maaloo haaluma kanaan itti nuu fufaa.
Shifera Regasa
---------------------------------------
baay'ee gaaridha. yeroo jalqabaatiifan web kana arge. danuun gammade. Waaqayyo isin haa eebbisu.
abbabaa dhaabaa
---------------------------------------
Waan hundumaa dura nagaan waaqayyoo waaqa jiraata isiniif haa ta'uu jechaa kanatti ansuunimmoo naamoota yeroo keessan laattanii dubbii sagalee waaqayyoo
akkasitti namoota hundumaa biraan geessa waaqayyo isin haa eebbbiisuu itti fufaa.
SEEQQATAA NUQUS
---------------------------------------
Waaqayyoo Ayyaana dachaa dabalee isinii haa baayisu,jabaadhaa saba keenyaaf jabeessaa kadhaa!
Kifiluu Immaanaa, Adaamaa university irraa
---------------------------------------
attam jirtu yaa warra sagantaa kana qopheessitanii hojiin keesaan baaayyee nama gammachiisa. waaqyyo karaa keesan goree waant ahamma kana hin jedhamne hpjjetaa
jira jabaadhaa.
bijigaa abbayyaa
---------------------------------------
WAAQAYYOO ISIN HAAEEBBISU!!haala kanaan lubbuu dadhabde ishee akka kan koo mootumma Abbaa keenyaaf qopheessuu keessaniif jabaadhaa HOMAAMITI!
OLII GATII QABDUUWOO! adaraa dargaggoota keenyaaf barsiisaf gorsa kara dandeessaniin hin hiliina.gooftan eenyummaa keenya hunda keenya hamoosisu "power
in the name of JESUS is above all,so at the end we are the winners!
tishu m.
---------------------------------------
ergama keessan osoon addaan hin kutiin iiti fufaa waaqayyo immoo taajajila keessan, mana maatii keessan ni eebbisa.
Tasfaahun Darajjee, AMU
---------------------------------------
LalaabnifiiFARFAANNANkeessanNafayyisse. Guddan issin jaaladha.
maanyaa geresu
--------------------------------------
Weebsaayitii keessan hordofanii namoota baay'eetu gara Waaqayyootti deebi'aa jira waan ta'eef duubatti hindeebi'iinaa!!!
Firaa'ol Abbaa Gadaa, Yunivarsiitii Arbaa Mincii irraa
---------------------------------------
isa gaarii filattaniittuuti jabaadhaa goftaan isin haa eebbisu. jaalalli goftaa keenya iyesus kiristoos hunduma keessaniif haa baay'atu.
Immabeet dhaabaa finfinnee irraa
---------------------------------------
Akkamjirtu aniwaaqayyoon haa galatuumalee nagaakooti isin immoo qophii kana waan nuuf dhiftanif waaqayyoo guddaa isin haa eebbisuu.
ISIRAA'EL BIRAASAA, HARAMAYA UNIVERSITY IRRA
---------------------------------------
waaqayyo ayyaana kana isin keessa kaa'ee dhugaa wangeelaa addunyaa irra raabsuu keessaniif waaqayyo isin haa eebbisu .
Doktooree Beenyaa
---------------------------------------
Ani baayeen siin jalladhaa WAQAYYOO isin haa eebbissu. Jabadha itti fufaa.
Temesgen Duresaa, AMU Lecturer
---------------------------------------
Dubbii sagalee waaqayyoo akka kannaatti nuuf erguu kessaniif waaqayyoo guddaa godhee isin haa eebbisu.Gara fula duraatilee nuuf eerguu hin dagatiinaa.
Feyera Gudeta
---------------------------------------
bara kana keessaa namoota sagantaa akkasii qabatanii argaman ta`uu keessaaniif baay`een waaqayyoon waa`ee keessaneef galateeffadha.waaqayyo isiin haa eebbisu!
tasfaahun
---------------------------------------
BAAY'EEN SIN JALLADHA ,WAQAYYOO ISIN HAA EEBBISUU JABADHA ITI FUFA.
ABDISSA TILAHUUN
---------------------------------------
kuku-kumera minstritiif, naagan waaqayyoo isniif haa baayyatu jechaa baarumsaa web-site keessan irraa argadheen isiin gaalateefachaa, waaqayoo ayyanasa isniif haa
baayisun jedha itti fufudhaanis waa'ee baraa dhumaa ilaalchisee otoo qopheesitaanii hawwii kooti' eebbifamaa.
Hinsene Temesgen, Adaamaa
---------------------------------------
WAAQAYYOO GOOFTAAN KEENYA AYYAANA ISAA ISINIIF HAA BAAYISU AKKA ISIN QAANQEE WANGEELAA KANA ADDUNYAA MARAAN
GEESSANIIF.YASUUS GOOFTAA DHA!
B.Eebbisaa Shibashii (Adama University)
---------------------------------------
Weebsaayitiin keessan ergaa inni dabarsu marti lubbuu dhala namaaf fayyina waan ta'eef jabaadhaa; Waaqayyo isin haa eebbisu.
Birhaanuu Ittafaa
---------------------------------------
orthodoksii ta,ullee kan barsiisaa jirtan waa,ee gooftaa amma ta,etti ittan gammada gooftaan siin haa eebbisu...
seenaa fi kookeeti
---------------------------------------
Ergaan keessan baay'ee namatti tolaatii,jabaadhaa Gooftaan isin haa eebbisuu,ayyaana isaa isiiniif haa baay'isuu,amma dhumaatti isin haa dhaabu.
Abdi Dinsa
---------------------------------------
Gooftaan baayisee baayisee isin haa eebbisu.Kana caalaatti isin haa babalisu.
Ebissa Shibeshi
---------------------------------------
Haala kanaan qindeessitanii namoota gara waaqayyootti deebisuu keessaniif waaqayyo isin haa ebbisu. FUULA DURATTIS ITTI FUFAA JEDHA. WAAQAYYO ISIN
HAA EEBBISU!!!
Damiso Abire
----------------------------------------
Dursaa waaqayyoof galaanni haa ta'u.Ergan keessaan baay'ee kan namaa barsissuudha.Kanaaf waaqayyoo sinna ebbisu.
Yaadataa Hordofaa
---------------------------------------
haala hundumaa kessti dhaabatanii waaqayyon tajaajilun akkam bareeda anis isiniis baroota kessati jabbanee isa tajaajiluu qabna kanaaf waan baayeen sinnira
baradhe ammayyu jabaadha itti fufa gooftaan isin yaa eebbis . tajaajili kessan baayee nu eebisa jira kanaaf gooftaan macca isin yaa eebisu cimaatoo itti fufa waaqayyon
siniif kadhanna.
funja baatiru, magaalal Colombus,OH irra
----------------------------------------
erga websaayitii kessan dubbisu egalee baay'een fooyya'e. waaqayyoo sina eebbisu gorsuu fi barsiisuun keessan ittuma fufaa.
zamadee taaffasaa, from Arbaminch universitry
---------------------------------------
barumsi isin karaa kanaan nuuf dabarsita bay'ee guddina hafuurati nu gargaare itti fufaa...
dereje chala
----------------------------------------
Barumsi keessan baay'ee nama boqochiisa,deebisaa, jajjabeesaa. waaqayyoo isin haa eebbisu. jabaadha.
ZAMADE TAAFFASAA
---------------------------------------
Yaadi keessan baay'ee nama gammachiisa waaqayyo isin haa eebbisu.
Waaqumaa Oliiqaa Amerikaa irraa
---------------------------------------
Gabaabumyi Waaqayyo isin haa eebbisu, jabaadhaa. Gooftaan tajaajiluu irraa kan caalu essumayyuu hin jiru, kan akka Gooftaa JESUSis hin jiru. ( Deut. 33;27-29)
Duguma Tesso Dorro
---------------------------------------
tamsaasi keessan waa'ee iyyesus fi namni iyyesus ilma waaqa jedhe hin fudhatne jireenya akka hin qabne ibsa.akkasumas websitichi baay'ee nama harkisa. kana gochuu
kessaanif Waaqayyoo ayyaana isaa dabalee isiiniif haa baay'isu.
really the message that you develop on the site is the most attractive & conveys an excellent message for the reader that visit this site.As I read the written document really I
am satisfied with the message. thank You to here that.
May GOD BLESS your work for ever.
Desaleny Aweke
---------------------------------------
waaqayyoo barabaran isin haa eebbisu.
henok teferi
---------------------------------------
Tajajilli keessan baayyee nama eebbisa. Bara kana keessatti hojii guddaa akkasii kana akka hojjettaniif kan isin waameef Waaqayyoof galannii guddaan haata’u. Egaa
Waqayyo inni mullata guddaa kana isinitti kennee amanamadha waan ta’eef jabaadhaa dhaabadhaa. Waaqayyo ayyanaa fi huma hojii kannaaf barbaachisu akka
isiniif baayyisuuf isiniifan kadhadha.
Waaqayyo isin haa eebbisu!
Gammachuu Bayyanaa, Atlanta, Georgia
---------------------------------------
Waaqayyoo isin ha eebbisu hojii isa hojjechuu baay,ee nama boqochiissa.jaabadhaa. Qol 3:17
Margaa Irranaa, u.s.a irraa
---------------------------------------
waaqayyo isin haa eebbisu.Yaada keessan hunda fiixaan isiniif haa baasu.
Gammachiis Taaddasaa
---------------------------------------
Jajjabina nuuf laattaniif Waaqayyo Gooftaan dachaa godhee isin ha eebbisu ....Ayyaanni gooftaa isiniif hadabalamu.
Lalisee, Australia irraa.
--------------------------------------
Waqaayyoo abban isin yaa eebbisu tajajila keessan kanan itti fufaa, jabadhan isin jedha
Zenebech Telila
--------------------------------------
Hojii babal'isuu wangeelaa hojjeechaa jirtaniif waaqayyoo isin haa eebbisu.Ija dadhabbii keessanii gooftaan koo akka isiniif laatu amantii kiyyaadha.Jedhaa egaa
baay'ee isinan jaaladha ayyaanni waaqayyoo isiniif haa baay'atu;wangeela labsaa biyyaa lafaa waliin ga'a!!!!!!!
limaatuu kabbadaa
-------------------------------------
Waaqayyo isin haa eebbisu!
Tolossa Abdissa
--------------------------------------
kun ayyaana Waaqayyon malee hin dandaa'amu kanaaf isa ayyana kana isiniif kenne kana guddisa Waaqayyon galateeffadha.Ayyanni Waaqayyo tokkummaan afuura
qulqulluu huduma keessanii wajjin hata'u ameen....Hojii isin hojjecha jirta isa hin darbineedha Waaqayyo guddaa isin a'ebbisuu jabaadha kanuuman itti fufa.
WAAQAYYO ISIN A'EBBISU!!
Galataa
--------------------------------------
hojii guddaa hojjettan kanaaf waaqayyo gooftaan dachaa dachaa isin haa eebbisu jechaa ayyaanniif mul'atni waaqayyoo kana caalaa isiniif haa dabalamu..eebbifamaa
lataa taaddese
--------------------------------------
You have resumed a road of righteousness, and the one with whom you have began it shall acomplete it. Jabaadhu...Hanga Dhumaattis Amanama Ta'i.
Waasihun Sanabtaa
--------------------------------------
wangeelli kun akka kanatti interneetii keessatti argamee darbuu isatiif gudda waaqayyotti kana caala itti fufaa.
Galataa Alamayyoo
--------------------------------------
Ayyanni Gooftaa Keenyaa Yesuus Kiristoos Daddabalee isiniif haa baay`atu. Makara maasii bal`aa irra jiru sanaaf Hojjetaa ta`anii fo`amuun carraa guddaadha.
Taarraqany
--------------------------------------
hojii gaarii hojjachaa jirtu waaqayyo isin haebbisu. Ebbifamaa...Itti fufaa
Ameyu
--------------------------------------
Baay'een isin jaalladha Gooftaan isin haa eebbisu jabaa dhaa. Hundaa gochuu kan danda'u isin haa gargaaru!
BIQILTUU GARRAMUU
--------------------------------------
Gooftan isini haa ebbisu erga kara internetitin dabarsitanif jajabbina ggudda irra arganera.
Martha Kumsa
--------------------------------------
waaqayyoo isa jalqabdan kan fiixan siin haabasisu. jabaadhaa. sagantaan keessan namati tola.
ABERA ALEMU
--------------------------------------
Sagalee Waaqa.Akka Kannaatti Nuuf Rabsuu keessaaniif ,GUddaa Godhee Waaq.Abbaan keenya Isiin Haa eebbisuu.Gara Fuulduraatti itti fufaa.
Feyera gudeta
---------------------------------------
dhuguma waqayyo gudda isin haa ebbisu akka caran web saiti kana irra bu'e haa ta'u male bay'ee kanan sinitti tilmame himun dandeenyen itti gamade wanakkasitti
lallabamusaf kessumammo afaan kenyan dhuga gudda nama gamachisa jabadha waqayyo isin haa ebbisu jabadha.
DABALA BADASA, ADAMMA IRRA
---------------------------------------
egaan obbolotakoo yadni kessan nu ga'eera bayyeen isiin galatefadha waqayyoo goftaan macca ammayyu isiin ha jabessu ayyanasaa itti isinif hadabaluu jechaa adaraa
immoo wangelli lafa hin genyee hundaa gesisuudhaf dhama'aan jedha waqayyoo hamma dhumattii isiin hadhabuu
Adame Hambisa
--------------------------------------
<<<Previous Next>>> 1 | 2 | 3 | 4
"Amma garuu cubbuu jalaa luba baatanii hojjetaa Waaqayyoo taataniittu..." (Room 6:22).
Obboloota keenyaa, waan isin jettan asi irratti baasuudhaan hubannaa Waaqayyo isiniif kenne argisiisuuf barbaadna. Kan bilbilaan nu quunnamtanii
fi kan fuulaa fuulatti nutti dubbattan dabalatee hunduma keessan Gooftaan dabalee daddabalee isin haa eebbisu. Yeroo hundaa Waaqayyo teessoo
Isaa irra jira. Isa tajaajiluu jaallanneerra.
Hojiin keenya ulfina Waaqayyoof qofa. Kadhannaan keenya obbolootaaf, waldaa keenyaa fi waldaa kiristiyaanaa biroof, tajaajiltootaaf, biyya keessa
jiraannuu fi biyya keenyaaf akkasumas lubbuuwwan hidhaa seexanaa jala jiraniif. Kana irratti isinis itti fufaa yeroo hundaa kadhannaan nu
yaadadhaa. 'Website'n kun yeroo yerootti waan haaraa waan qabaatuuf yeroo hundumaa ilaaluu hin dagatinaa!
Kutaa kana jalatti immoo Obboloota hafuura qulqulluudhaan kaka'anii yaada jajjabinaa nuuf barreessan keessaa hanga tokko maxxansuuf
murteessine. Isaanis akkana nuun jedhu:
Send Us Your Comment/Yaada Keessan Nuuf Ergaa