Comments / Yaada
2006-2010. Kuku-Kumera Ministries. All rights reserved.

Nagaan waaqayyoo isiniif haa bayyatu,Attam jirtu? Anii fi obboleewan ana waliin jirru hundi nagaa guutuu qabna. Waa'ee
wibsite keessanii immoo guddaan waaqayyoon galateeffadha.Egaan waaqayyo inni waan gaarii isin keessatti jalqabe,
ammas ayyana isaa isiniif haa bayyisu.Ammas mul'ata keessan guddisuuf immoo amanamoo ta'aa,jabaadhaa!!!!!!
Anii fi obboleewan biyya Sudaan jirru isiniif ni kadhanna.Isinis nuuf kadhadhaa! Waaqayyo nuyiinis iddoo kana waan nu
kaa'eef akeeka qaba.

Obboleessa keessan Magarsa, Khartoum, Sudan
---------------------------------------------------------
Nagaan  waqayyo  sif  maati ke wajjin hatau.   yeroo  bayee  sifaan  barresa  itun  jedhu  haali nafimijachu  
hindandeegny  anis  yeroobaye  kadhanako kesatle  isinaan  yadadha  goftanimo  amas  sini  wajjin hatau   isinis  gafa  
jilibenfataan   nayadadhan jedha   gooftan  isin  ahebesu  .  nagaadhaan

Marki
--------------------------------------------------------
Blessings...keep up in good job!!

Simalign Temesgen
--------------------------------------------------------
Wangeela Nagaa qabattanii kaatan amma daarii lafaatti  fudhattanii deemuuf jabaadhaa.

Lelisee, Naqamtee
-------------------------------------------------------
Baayeen Faarfannaa keessan nan Jaalladha Waaqayyo guddisee  Mul'ata irratti mul'ata siniif haa kennu.

Hilina, University of California,Berkeley
------------------------------------------------------
Faarfannaa keef waaqayyoo mul'ata siif maatii keef kennee waan isiniif raawwachiisee ija keessaniin isin agarsiiseef isa
galateeffadhaa. Waaqayyo kaayyoo kee biraan si haa gahu.

Darge, San Fransisco,California
-------------------------------------------------------
Obbolaa koo Gooftaan ammas baaysee isin haa eebbisu nama keessani keessaa farfannaa baayyeen argadhe. Farfannaa
Nama(Roomii) Kristaanaa Oromo Paltalkiif baayyeen itti gargaaramaa jira. Ammallee Gooftaan isin haa eebbisun jedha.
Ebbifamaa. Gara fuula duraattiillee farfannaa fi lallabbii sagalee Gooftaa keenyaa akka itti gargaaramnutti godhaatii nuuf
kaa'aa. Ammas eebbifamaa,guddadhaa, dagaagaa. Ayyaanni, Eegumsiif Jaalalli Gooftaa keenya Yesuus isinii wajjin haa
ta'u. Baraa baran, ameen.

Obboleessa keessan Tesfaayee, Yuroop iraa
------------------------------------------------------
Waaqayyo isini ha ebbisu, jabaadha.

Bojaa Atoomsaa
-------------------------------------------------------
Nagaan Waaqayyo abbaa isiniif ha baay'atu. Mul'ata Waaqayyo isin keessa kaa'eefis maqaan isaa ha eebbifamu.
Jabaadhaa, Waaqayyos isinii wajjin ha ta'u. Karoorri keessaniif mul'atni keessan bakka isiniif ha ga'u kanan jedhu ana
barataa Nuurfataa Laggasee University Haramaya irraati. Website keessan yeroo jalqabaaf gaafan do'adhe, gammachuu
natti dhaga'ame hin isiniif ibsuu hin danda'u. Dhugumaan kana yaaduun keessan namoota baay'eef akka sababa ta'u nan
amana.

Waaqayyo amma iyyuu akeeka fi mul'ata kana caaluun isin haa do'atu jechaa asumattan goolaba.Waaqayyo isin haa
eebbisu. Waaqayyo isinii wajjin haa ta'u.

Nurfeta Legesse
-------------------------------------------------------
Mul'atni keessan baay'ee nama gammachiisa.Gooftaan isin haa eebbisu.
jabaadhaa.

kalbesa zelalem
Haramaya University
-------------------------------------------------------
Kuku, jesuun hamma dhumaatti isinii wajjin haa ta'u. Gooftaan miilla keef miilla maatii kee mana isaa keessa haa dhaabu.
Tajaajjilli keessan maqaa yesuusiin fiixaan isiniif haa ba'u. Gooftaan maccaa si haa eebbisu.

melkamu kinfu
-------------------------------------------------------
byee  garridhaa  namini  waqayyo  akka  kana!  eega  amalee jirun  ganadha  jabadhaa goftaan  isin  agargarun ....
isinaan  jaladhaa  eebifama!
bayee  kadhatan  nayadadha

tiya/tesfa  
liybya  irra
-------------------------------------------------------
Web Page keessan argeen namoota ani beeku ta'uu keessan hubadhe. Tajaajila isin kennaa jirtaniif waaqayyotti guddaan
gammada, hidhata keessanis. Bara kana keessa namootaaf kadhachuuf tajaajila kana waaqayyo harkaa fudhachuun waan
salphaa miti.  Amma biyya Norweyiin jira....(...)

Anaafis waaqayyoon kadhadhaa. Nagaa waaqayyoon jiraadhaa.

Gooftaatti obboleessa keessan,

Margaa Nagarii, Norway
-------------------------------------------------------
WAAQOYO ISENI HAEBESU YADA AKASI ISEN KESSA KAUSATIF. JABADHA..

ABDIISAA, DC
-------------------------------------------------------
Abdii qabdanniti gammadaa inni hojii isaatiif isin fo'ate Waaqayyoo akka gootaa fi akk garajabeessaatti isiini waliin haa
ta'u.Ebbiifamaa yesuus:
Mula'ata haaraa isiiniif haa laatu!
Hawwii keessan isiiniif haa keenuu!
Mana isaa keessa amma dhumaatti isin haa dhaabu!
Jabaadhaa jabaadhaa ....
Aniis tajaajilli keessan akka fixa ba'umsa qabaatuuf isiif nan kadhadha!

Duulaa Baqqalaa, Bahir Dar
----------------------------------------------------------
Akkam jirtu Kukkuu fi kumarraa. Waaqayyo abbaan kenyi baddaa samiii irraa isin haa eebbisu. Hojii gaarii kan isin irraa
hin fudhatamne qabattanii kaataniittuu gooftaan keenyi amma dhumaatti isin waliin haa tahu isin haa jajjabeessuu.
EEBBIFAMAA

Kennaa akkawaaq
Holland irraa
-------------------------------------------------------
Waaqayyo tajaajila keessan kana haa eebbisu. Kun dhugaadhuma waan guddaa dha. Namoota namarra baánii kophaa
taániif ( nama isaan jajjabeessu dhabaniif)furmaata guddaa dha jedheen abdii qaba.Keessumattuu mata duree kadhannaa
fuutanii kadhachuun keessan waan jabaachuu qabuudha. Waaqayyoo dabale dabalee humna isaa isiniif haa baayyisu.

From Waqtola Cheneke
Jimma
--------------------------------------------------------
Farfanna Kuukuu dabalatee web site keessanitti nama gammadeef ittiin eebifamuu jalqabe keessa ani isa tokko ta'eera.
obboloota ko Waaqayyo ayyana isaa isiniif dachaa haa bay'isu. kuni laphee koorrati.

Desalegn, Adaamaa irraa
--------------------------------------------------------
Kuukku fi Kumarraa, nagaa keessanii?websaayiitii kana arguukootiif heedduun gammade,hojiin isin jalqabdan kun
baayyee kan nama jajjabeessuudha jabadha,Waaqayyo inni isin jalqabsiise hamma dhumaatti isin gargaaree dhuma isa
isiniif haabareechu.

Obboleessa keessan Qananii
Finfinnee irraa
--------------------------------------------------------
I am glad to see this website....
When you step out in faith, there are always road blocks that the enemy tries to put up but you be strong and deligent so
that you may finish the race and receive your crown of Glory. I love to see our people going past the boundaries that have
been set.

God bless you,

Sena Dagaga
---------------------------------------------------------
Dear Kuku and Kumera,

May God Bless You With His Abundant Blessings from above for what you are doing. This is super!!!  My support will be
with you in prayer always and let me know how else I can support as well if there is any.

Thanks a lot!
Elsa Namarraa
From MPLS
--------------------------------------------------------
Greetings,

This is a wonderful resource for people who want to enrich their spiritual lives and journey.  I found it incredible and you
indeed devoted your time and resources to minister the wonderful work of  God to us.

God Bless You.

Grima Tola, Minnesota
--------------------------------------------------------
Hello, How have you been guys? I thank God for the ministry you started.
May God help you and guide you in this service.

Leke Worku, Minnesota
----------------------------------------------------------
Kuku and Kumera,
This is a great job, to awaken, stimulate and encourage all of us to do better in our spiritual life and knowledge.  Keep it
up!!
God bless you,

Ephraim Olani, Minnesota
----------------------------------------------------------
Hi, kumera fi kuku akkam jirtu? Website keessa argdhee baayyeen gammade. Yeroo isin waa'ee isaa natti himtanii turtan
akkasitti hin yaadnen ture; Baayyee nama gammachiisa. Waaqayyoo inni hundumaa danda'u umnaaf jabina isaatiin isinii
wajjiin ta'ee akka hojii keessan kanan dinqii[miracle] guddaan adunyaa gutumma irraatti ta'uf isiniifan kadhadha.
Waaqayyoo Gooftaan isin haa eebbisu.
Great job!!!!

Sol, Georgia
----------------------------------------------------------
Greetings to all.

Kuku & Kumera, your first step in your journey to serving the Lord is one of a great milestone for Christian in his/her life. I
thank God for giving you the vision to serve Him. I also admire your determination to embark on this journey.

Let's all support this brother and sister of our's through prayer and other means.

Almaw, Georgia
-----------------------------------------------------------
I am glad to see such  a wonderful Christian website. This is just a beginning of God's great work. Please keep up for
good. I will forward this website as soon as I can for all friends. Waaqayoo daballe dadaballe isin haa eebissu jedhaa
jabadha.

Israel Taera, Minnesota
------------------------------------------------------------
I thank God for this web site and want to say keep the good work. It is a great privilege to support and encourage our
people.

Phawulos Tagany Bulcha, Finfinnee
------------------------------------------------------------
Jaallatamoota, obbolaa koo Aadde Kukkuu fi Obbo Kumarra,
nagaanWaaqayyo isiniif haa ta'u. Ergaa Waaqayyoo yerroodhaa yerootti kan nuu dabarsu, kan nu yaadachiisu itti
yaaddanii  "Website" kana waan nuu bantaniif  Waaqayyo isin haa eebbisu!! Waan guddaa, waan gaariidhas. Nan amana
anii  fi maatiin koo ittiin eebbifamna. Hiriyootattis nan dabarsa.

Tasfaayee Namarraa fi Maatii irraa, Georgia
------------------------------------------------------------
.....May God bless your family and your ministry. Thanks.

Girma Daka, Minnesota
-------------------------------------------------------------
Kumera, Kuku and the bloved childern, baga Waaqayo kanani isin ga'ee!

Peace, Joy and wonderful ministry!

yours,
S.Michael Birra, Chicago
-----------------------------------------------------------
Hi Kuku & Kumarraa,

Congratualtions! Good job and thank you for the sharing. We look forward to hearing more about.

His blessings to you!

Marta Namarra, Minnesota
------------------------------------------------------------
Mana keessan isa haaraa(Website) keessan e-mail nuuf ergitan irraa argee baayyee isaa keessa ba'een jira. Baayyee
gaariidha. Itti jabaadha.

Daraaraa, Georgia
------------------------------------------------------------
HI KUKU KUMERA, hojiin kesaan bayee garidha itti fufaa. Waaqayyo isinii wajiin hatau. 2phexros 1;10-11

Margee, Minnesota
-------------------------------------------------------------
Nagaan Waaqayyoo isin fi maatii keessaniif ha ta'u. Hojiin keessan kun baayye nama gamachiissa. Harkki Waaqayyo fi
geggesuun hafuura qulqulluu isin irraa mul'ata. ammas kan kanaan dura caalaa akka mul'atu hawwii fi kadhanaa keenya.
Gooftaan daddabalee isin ha gonfu. deemsa mo'ichaa deema!

Amantii Theophilos (TWHL), Minnesota
--------------------------------------------------------------
Waqayyoo ammas dabalee issin haa ebbiisu.Jabaadha hojii mana waqayyoo yemmuu akkas hojjetan inni ammoo kessan
hojechuuf waaqa amanama dha.Web sitiin keessan bayyee bareeda kun hunduu waqa keenyaf itti xinaata malee itti hin
guddatu
Let my God bless you!

Taganuu Birruu, Seattle
----------------------------------------------------------------
Waaqayyo isin haa eebbisu.Hojiin keessan baay`ee nama eebbisa.Jabaadhaa,Gooftaan isinii wajjin haata`u!

Yuniversitii Haramaayyaa
-----------------------------------------------------------------
Waaqayyoo isin haa eebbisu daballee daddaballee.Websitin keessan nama gammachisa.

Yomiyu Gadaa irraa{Norway]
-----------------------------------------------------------------
Gooftaatti kan jaallatamtan obbolootanana,

Hojii gaarii eegaltan kanaaf Waaqayyo isin haa eebbisu. Akka jabaattanii itti fuftaniifis inni isin jalqabsiise isin haa
geggeessu.

Jireenyaa, Afrikaa Kibbaa
-----------------------------------------------------------------
I do like your site well done guys God bless you.

Gamachu, Winnipeg
-----------------------------------------------------------------
Since I am not good in Qubee I preferred to write you in my broken English. I don't have enough words in all the three
languages I use to bless you. Let our Father and only God bless you abundantly and fill you with His grace to help you do
the hardest job you are called to do. Unless the Holy Spirit sent from above helps and comforts you, it is not easy to do it.
With the grace of God, I promise to help with whatever I can, specially prayer, to help you out. Let God be with you. Amen
Stay blessed

ERTRA, MN
-----------------------------------------------------------------
waan baay'ee assiraa barradhee, akkasuumaas waan baay'een barradha jedheen yaada. kayoo sagaalee waqaa
obboloota koo fi  annaf hiruu keessaaf baay'ee waqaa galaatefadha. waqaayoo akkaa galmaa isaa keessaa deddebinuuf
nuwwaliin haata'u. AMEN!

Kumalaa Gebissa, PHL
-----------------------------------------------------------------
Waan nama gamachisuf utalchisu kana arguun keeny bayee nugamachisee jira. Waqayo isin hagargaru.

Obse/Habtamu, Adaamaa
------------------------------------------------------------------
Waqayoon ayaana isaa isiniif habayisu, Jabadha.

Tigist, Finfinnee
-----------------------------------------------------------------
wanna birra wantan jedhun dhabbee, Waqayyoo goffitaan koo isn ha'eebbiissu bayyeen it it boqodhee tajjajjillaa keessan
ti, kun hojjii gudaa dha!gallattomma

Abdi abera, Pennsylvannia
-----------------------------------------------------------------
I see the work of my Lord in your steps and life. I know there is something that the Lord is doing through your services
and ministry for His glory. Keep your focus on Him, who is the source and strength of all your work in this field.

Let the glory from this service with all its totality goes to the Lord. Let God’s people learn more about His highness and the
glory to come for the chosen people. You are doing your part in the field of evangelization. Keep up this good job for the
good service. I promise to pray for this service in my prayer.

Teizazu, Minnesota
------------------------------------------------------------------
Well done. It is a great website. God bless

Hawani Tola, AU
------------------------------------------------------------------
I thank God for you, and you are in my prayer all the time. Keep up, Good job.
God bless you and your ministry.

Birtukan Ayana, Minnesota
------------------------------------------------------------------

"Amma garuu cubbuu jalaa luba baatanii hojjetaa Waaqayyoo taataniittu..." (Room 6:22).

Obboloota keenyaa, waan isin jettan asi irratti baasuudhaan hubannaa Waaqayyo isiniif kenne argisiisuuf barbaadna. Kan
bilbilaan nu quunnamtanii fi kan fuulaa fuulatti nutti dubbattan dabalatee hunduma keessan Gooftaan dabalee daddabalee
isin haa eebbisu. Yeroo hundaa Waaqayyo teessoo Isaa irra jira. Isa tajaajiluu jaallanneerra.

Hojiin keenya ulfina Waaqayyoof qofa. Kadhannaan keenya obbolootaaf, waldaa keenyaa fi waldaa kiristiyaanaa biroof,
tajaajiltootaaf, biyya keessa jiraannuu fi biyya keenyaaf akkasumas lubbuuwwan hidhaa seexanaa jala jiraniif. Kana irratti
isinis itti fufaa yeroo hundaa kadhannaan nu yaadadhaa. 'Website'n kun yeroo yerootti waan haaraa waan qabaatuuf
yeroo hundumaa ilaaluu hin dagatinaa!


                                                                                  
<<<Previous    1  | 2 |  3  |  4 |  5
Obboloota Irraa