Yaada Keessan Nuuf Ergaa...
Kan bilbilaan nu quunnamtanii fi kan fuulaa fuulatti nutti dubbattan dabalatee warra asi irratti nuuf ergitanis hunduma keessan Gooftaan dabalee daddabalee isin haa eebbisu. Yeroo hundaa Waaqayyo teessoo Isaa irra jira. Isa tajaajiluu jaallanneerra.
Hojiin keenya ulfina Waaqayyoof qofa. Kadhannaan keenya obbolootaaf, waldaa keenyaa fi waldaa kiristiyaanaa biroof, tajaajiltootaaf, biyya keessa jiraannuu fi biyya keenyaaf akkasumas lubbuuwwan hidhaa seexanaa jala jiraniif. Kana irratti isinis itti fufaa yeroo hundaa kadhannaan nu yaadadhaa. 'Website'n kun yeroo yerootti waan haaraa waan qabaatuuf yeroo hundumaa ilaaluu hin dagatinaa!
Wanta namootni jedhan asii ilaaluu dandeessu...See Archive here...
Please send us your comment/feedback.
|