Home

About Us

Media

Prayer

Articles

Favorite Links

Comments
KKM - Jesus Is Lord! Yesus Gooftaa Dha!
Jesus Christ is the same yesterday and today and forever. Heb 13:8
Our Mission
Overview
Our Faith
Our Mission
Contact Us

Our Mission

  • To pray for the unsaved to be saved, for the weak to be strengthened, hope for the helpless and the oppressed, in general, to become intercessors.
  • To pray for those who send us prayer request, and communicate with those people as needed (via telephone, email, etc)
  • To share the Gospel, including but not limited to through Internet, printed materials, audio, video, etc
  • To help orphan kids
  • Assist other Evangelists so that they bring people to the light (of God) by sharing Gospel.
     
Akeeka Keenya 

  • Akeekni keenya lubbuu hin fayyiniif fayyina, kan dadhabdeef humna, kan abdii kutatteef abdii, kan raafamteef jabina, kan dhukubsatteef fayyaa akkasumas kan dhiibamteef itti hirkannaa Waaqayyo biraa gaafachuu/kadhachuu dha.
  • Gaaffii namootaaf akka jaalala Isaa fi yeroo Isaatti deebii akka kennuuf GOOFTAA gaafachuu dha.
  • Misiraachoo sagalee Waaqayyoo kara danda'ame hundumaa dabarsuu; gooftummaa fi aangoo Yesus gurra hin dhaga'initti labsuu, akkasumas kan dhaga'ee turettis yaadachiisuu dha.
  • Ijoollee abbaa fi haadha hin qaabne gargaaruu dha.
  • Kanneen Wangeela Gooftaa labsuudhaan tajaajilan gargaaruu dha.
Home
About Us
Media
Prayer
Articles
Favorite Links
Comments