


Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti isin barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu malee waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa! Filip. 4:6 Akka fedha isaatti yoo kadhanne inni nuuf in dhaga'a; akka kanatti isa in amanna. Kadhata keenya akka inni nuuf dhaga'u yoo beeknne, waan kadhanne akka isa biraa argannus in beeknna. 1Yohannis 5:14-15 |
| Yeroo hundumaa gammadaa! Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon galateeffadhaa.Hafuura qulqulluu hin ukkaamsinaa. 1Tasal 5:16-19 |
| 2006-2010. Kuku-Kumera Ministries. All rights reserved. |
| farda, abbaa fardaas galaana keessa buuseera" jettee isaaniif jalqabde. Ba'uu 15:21 |
| Qooqa garaagaraatiin, faarfannaa galataatiin, Garaa keessan keessatti faarfachaa galata Gooftaa dhangalaasaa! Efesoon 5:19 |
| "Daawit dirata fuula duraa isa quncee talbaa irraa hojjetame mudhiitti hidhatee, ulfina Waqayyootiif of irraa bu'ee in sirba ture." 2Saamu'el 6:14 |
| Isin Keessaa namni rakkinni itti dhufe jiraa? Inni haa kadhatu! Namni gammadu immoo jiraa? Inni immoo faarfannaadhaan galata haa dhiheessu! Yaaqoob 5:13 |
| Yeroo ani faarfannaadhaan si jajadhu, afaan koo, gammachuu haa dhageessisan! Faarfannaa 71:23 |


| Music Videos |