Jesus is Lord!
Videos
Faarfannoota kana dhaggeeffadhaa; itti gammadaa; ittiin eebbifamaas.
Yeroo hundumaa gammadaa! Kadhata keessan ittuma fufaa malee hin dhiisinaa! Waan hundumaatti Waaqayyoon
galateeffadhaa.Hafuura qulqulluu hin ukkaamsinaa.

1Tasal 5:16-19
2006-2010. Kuku-Kumera Ministries. All rights reserved.
Inni dhugumaan mo'eera; inni farda, abbaa fardaas
galaana keessa buuseera" jettee isaaniif jalqabde.            

Ba'uu 15:21
Watch Jesus Film in Afaan Oromo here....